Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Dirre Dhawaatti simataman Sifen Megersa Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Dirre Dhawaa galaniiru. Dooktar Abiy Ahimad wayita buufata Xiyyaaraa Idil…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Kuubaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan Sifen Megersa Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirichi wayita…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 43 gara biyyaa deebi’ana Sifen Megersa Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Hojii Diippiloomaasii lammiileerratti xiyyeeffatee hojjemaa jiruun Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 43 gara biyyaa…
Oduu biyya keessaa Obbolummaa fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf hundi gahee isaa bahuu qaba – Obbo Musxafee… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Obbolummaa fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf hundi gahee isaa bahuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa cimsa – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Sagantaan Afxiraa tokkummaa fi walummaa ummataa akka cimsu Pireezidaantii Itti Aanaan mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin ibsan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7’n Boondii… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Jibuutiitti Waldaan Koomiiyuuniitii Itiyoophiyaa Farankaa Jiibuutii miiliyoona 2.7 Boondii Hidha Guddicha Haaromsaa biteera. Hoggantoonni waldichaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoon marii fi marabbaan hin furamne hin jiru – Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Rakkoon marii fi marabbaan hin furamne hin jiru jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan. Obbo Awwal Aarbaan sagantaa Afxiraa…
Ispoortii Jila Ispoorteessitoota Poolisii Oromiyaaf sirni badhaasaafi beekamtii kenname Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Jila Ispoorteessitoota Poolisii Oromiyaa Feestivaala Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaa olaantummaan xumuraaniif sirni badhaasaafi beekamtii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asallaatti Sagantaan Afxiraa gaggeefamaa jira Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Sagantaan Afxiraa gaggeefamaa jira. Pireezidaantii Itti Aanaa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee…
Oduu biyya keessaa Misoomni Qonna Oomisha Appilii guddina agarsiisaa jira – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy misoomni Qonna Appilii guddachaa jiraachuu eeraniiru. #Oromia #Ityoophiyaa