Oduu biyya keessaa Magaalaa Jigjigaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti sagantaan Afxiraa Obbolummaa fi nageenyaa ummata Afaarii fi Somaalee gaggeeffamaa jira. Pireezidaantoota…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Suuleyimaan Daddafoo fi Ambaasaaddar Misgaanuu Argaaf muudamni aangoo Ambaasaaddarummaa… Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddar Suuleyimaan Daddafoo fi Ambaaasaaddar Misgaanuu Argaaf muudama aangoo Ambaasaaddarummaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwal Aarbaa fi Obbo Mahaammad Idiriisiin durfamu magaalaa Jigjigaa gale Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) -Jilli Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaa fi Ministira Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriisiin durfamu Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.…
Fayyaa Du’aatii haadholii fi daa’immaanii hir’isuuf hojiileen eegalaman cimee akka itti fufu gaafatame Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Sadarkaa Biyyaalessaatti Du’aatii haadholii fi daa’immaanii hir’isuuf Waldaaleen Ogeeyyii Fayyaa hojiilee eegalan akka cimsan Ministeerri Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Aannaan Liitira biiliyoona 12 ol oomishuuf hojjetamaa jira – Ministeericha Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Bara Oomishaa kana Aannaan Liitira biiliyoona 12 ol oomishuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Bakka buutoota dhaabbilee misooma…
Oduu biyya keessaa Hawaasni dhimmoota adda addaarratti gaaffiilee qabu akka dhiyeessan gaafatame Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 32 gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Maayinaamaaritti haala rakkisaa keessa turan 32 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksisee. Mootummaan hojii…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin Magaalaa Jimmaatti sagantaa Qulqullina Magaalaa gaggeessan Sifen Megersa Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin Magaalaa Jimmaatti sagantaa Qulqullina Magaalaa gaggeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Sirna Heera mootummaa humnaan diiguun akka hin danda’amne tarkaanfii fudhatameen… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatame Sirna Heera mootummaa humnaan diiguun akka hin danda'amne mirkaneessuu…
Oduu biyya keessaa Inisheetivii Muuzii bara 2012 “Labsii Iluu Galaan”nin jalqabne daran bal’isuu irratti argamna… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Inisheetivii Muuzii bara 2012 “Labsii Iluu Galaan”nin jalqabne daran bal'isuu irratti argamna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…