Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan daawwatan Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI fi Eegaa Olaanaan Dhaabbata Badhaasa Qulqullina Itiyoophiyaa Taayyee Atsiqasillaaseen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan…
Teeknooloojii Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa dhugoomsuuf ce’umsi Diijitaalaa murteessadha – Dooktar Ballaxaa… Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa dhugoomsuuf ce’umsi Diijitaalaa murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa…
Oduu biyya keessaa Koreen Istiriingii galmoota misooma waaraa walga’ii taa’e Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Koreen Istiriingii galmoota misooma waaraa walga'ii taa'uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise. Walga'icha Itiyoophiyaatti Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolarraa ergameef fudhatan Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa Pireezidaantii Angoolaa fi dura taa'aa yeroo Gamtaa Afrikaa Zyaawoo Looreensoorraa ergameef…
Oduu biyya keessaa Yakkoota fi alseerummaa damee kenninsa tajaajila geejjibaan jiru xiqqeessuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Yakkoota fi alseerummaa damee kenninsa tajaajila geejjibaan jiru xiqqeessuuf hojjetamaa jira, akka Ejemsiin Geejjiba Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa giddu gala ce’umsa baadiyyaa keessatti hojii misoomarratti akka… Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Abbootiin qabeenyaa giddu gala ce'umsa baadiyyaa keessatti hojii misoomarratti akka bobba'an Koorporeeshinin misooma Paarkiwwan Indaastirii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Uummanni Dinagdeen Cimuu qaba – Abbaa Gadaa Guyyoo Boruu Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Uummanni Dinagdeen Cimuu akka qabu Abbaan Gadaa Booranaa 72ffaan Guyyoo Boruun ibsan. Uummanni Aadaa hojii jabeessuu akka qabuus hubachiisaniiru.…
Ispoortii Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan olaantummaa Poolisii Oromiyaan xumurame Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii Poolisii biyyaalessaa 19ffaan Giddugala Dargaggoota Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Poolisii Oromiyaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituufi jedhame Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituuf ta’uu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa beeksiise. Kanneen keessaa 2 bara…
Oduu biyya keessaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Gimbiitti Mana barumsaa moodeela ‘Biiftuu Gimbii’ jedhamu… Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Godina Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiitti Mana barumsaa moodeela sadarkaa 2ffaa 'Biiftuu…