Ispoortii Morkii har’a Bireentifoord Arsenaal waliin taasisu… Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf morkiin Bireentifoordi waliin taasisu hawwiin eegama. Har’a…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa hanga xumuramutti sosochiin Doqdoqqee dhorkame Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti Boruu eegalee Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa hanga xumuramutti Doqdoqqeen ofuun dhorkaadha jedhe Biiroon Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Walga’ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa Boruu fi Iftaan taa’ama Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Walga’ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 48ffaan Boruu fi Iftaan Magaalaa Finfinneetti taa’ama. Walga’ichi mata duree ‘Dhiyeessii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dorgommii Atileetiksii Idil Addunyaa qopheessuuf humna guutuu qabdi – Piirsi… Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan dorgommii Atileetiksii Idil Addunyaa qopheessuuf humna guutuu qabdi jedhan Daayrekterri Olaanaan Atileetiksii Addunyaa Piirsi Oklaagaan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa fi tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer Kaabaa Niiyaalee waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Sosochii hojii torbee duula misoomaa kutaa magaalaa Sulultaatti… Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti sosochii hojii torbee duulaa misoomaan daandii Keessa Keessaa Kiiloo Meetira 20 hojjechuuf har’a hojiin eegalame. Torbee…
Biiznasii Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa galii Doolaara biiliyoona 4.4 argate Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa baatiwwan jahan darban galii Doolaara biiliyoona 4.4 argadhe jedhe. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daandichaa Masfin…
Teeknooloojii Kalaqni mallattoo addaa isaa kan ta’e Yuunivarsiitii Dambi Doolloo… Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Hojiileen Kalaqaa gara qabeenyatti jijjiiramuun faayidaa biyyaaf akka oolan hojjechaan jira jedhe Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo. Waggoottan arfan…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Feb 10, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Cheelsii - Liidiis…
Ispoortii Faasiil 0 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’inaa Sifen Megersa Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Faasiil injifateera. Hadiyyaan galchii 1 fi 0’n Faasiil…