Idil Addunyaa Afrikaan Kibbaa Baankii Afrii Egziimitti makamte Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Afrikaan Kibbaa Baankii Al ergii fi galchii (Afrii Egziimitti) makamteerti. Paarlaamaan biyyattii Baankii Afrii Egziimitti akka makamtu murtoo bara…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mana jireenya barsiisootaa eegalchiisan Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mana jireenya barsiisootaa eegalchiisaniiru. Ijaarsa Gamoo mana jireenya Barsiisootaa…
Ispoortii Waancaa Kaaraabaa’oon morkii Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu… Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin morkiin Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil gidduutti taasifamu ni eegama. Tapha marsaa…
Ispoortii Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin Arsenaal xumuraaf darbe Sifen Megersa Feb 4, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) – Waancaa Kaaraabaa'oo Ingiliiziin Arsenaal Cheelsii injifachuun xumuraaf darbeera. Tapha deebii halkan kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0'n…
Teeknooloojii Sababa waraqaa eenyummaa Faayidaa “PDF” n buusuun fayyadamuun yeroof adda citeef … Sifen Megersa Feb 2, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Waraqaa eenyummaa Faayidaa "PDF"n buusuun fayyadamuun yeroof adda cite jedhe Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa. Sababni isaas:- 1. Manneen…
Oduu biyya keessaa Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiwwan Muddee fi Amajjii keessa raawwatan Sifen Megersa Feb 2, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatiwwan Muddee fi Amajjii keessa hojiilee faayidaa biyyaalessaa kabachiisanii fi badhaadhina biyyaaf bu'uura…
Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa fi Yuunaayitiid Kiingidam tumsa tarsiimawaa qaban cimsuuf waliigalan Sifen Megersa Feb 2, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Ministira Dhimma Alaa fi Dhimmoota Misoomaa Yuunaayitiid Kiingidam Yiveet Kuupar waliin…
Oduu biyya keessaa Haala nageenya filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Feb 2, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa qooda fudhattoota waliin dhimmoota nageenyaarratti mari’achaa jira. Mariin kun haala nageenya filannoo…
Biiznasii Baatiwwan jahan darban oomishaalee qonnaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 argame –… Sifen Megersa Jan 31, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Baatiwwan jahan darban oomishaalee qonnaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 argame jedhe Ministeerri Qonnaa. Ministeerichi raawwii hojii baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Gamoon Riizoortii Shabalee duudhaa, aadaa fi seenaa naannoo Somaalee kan hammateedha – Dooktar… Sifen Megersa Jan 31, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) –Riizoortiin Shabalee bakka bashannanaa qofa osoo hin taane Gamoo ammayyaa duudhaa, aadaa fi seenaa naannoo Somaalee hammateedha jedhan Ministirri Muummee…