Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Nootingaham Forest Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan Arsenaal galchii 3 fi 0n Nootingahaam Foresti injifateera. Zuubimeendiin galchii lamaa fi Yookeereesh…
Ispoortii Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan 20ffaa dorgommii meetira kuma 10'n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii…
Idil Addunyaa Gamtichi galmoota Idil-addunyaa milkeessuuf Mootummoota Gamtooman wajjin hojjechuu itti fufa –… Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Gamtaan Afrikaa galmoota Afrikaa darbees kan idil addunyaa milkeessuuf Mootummoota Gamtooman waliin hojjechuu ittifufa jedhan dura taa'aan Komishinii…
Oduu biyya keessaa Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu…
Oduu biyya keessaa Gareen Finxaaleyyii Faannoon ergama diinotarraa fudhachuun hokkoraa fi waraanaan biyya diiguuf… Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Gareen Finxaaleyyii naannoo Amaaraa keessa hidhannoon socho'u Faannoo ofiin jedhu ergama diinotarraa fudhachuun hokkoraa fi waraanaan biyya diiguuf…
Ispoortii Fiigicha gulaallii gufachiisa meetira kuma 3 Atileetoonni Itiyoophiyaa xumuraaf darban Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun fiigicha gulaallii gufachiisa meetira kuma 3 dhiirootaan Atileetoonni…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni kaarnivaala goobeefi shinooyyee torbee tokkoof gaggeeffamaa ture xumurame Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Agarsiisni kaarnivaala goobeefi shinooyyee torbee tokkoof gaggeeffamaa ture guyyaa har'aa karaa Aadaafi duudhaa isaa eeggateen xumurameera. Hooggantuun…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa misooma qonnaa Horsiisee Bultoota Naannoo Afaar jijjiirama qabatamaa fide Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Tattaaffiin bal'aan Horsiisee Bultoonni Naannoo Afaar misooma qonnaarratti taasisaa jiran jijjiirama qabatamaa fide jedhe Biiroon Kominikeeahinii…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni Suuraafi Fakkii Imala Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa agarsiisu Finfinneetti baname Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Agarsiisni Suuraafi Fakkii Imala Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Waggoota 14 agarsiisu Mata Duree "Itiyoophiyaan ni Dandeessi" jedhuun Yaadannoo…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan tapha har’a Arsenaal Nootingahaam Foresti keessummeessuun eegalama. Har’a taphoonni 8 kan taphataman…