Ispoortii Moozaambiik galchii 3 fi 2’n Gaaboon injifatte Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaa marsaa 2ffaa har'a taphatameen Moozaambiik Gaaboon injifatteerti. Moozaambiik galchii 3 fi 2'n Gaaboon injifatteerti.…
Oduu biyya keessaa Sassaabbiin oomishaa Godina Baalee Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Qonnaan bultoonni Godina Baalee qisaasama oomishaa mudatu xiqqeessuuf teeknooloojitti fayyadamuun oomisha isaanii sassaabaa jiru. Godinichatti yeroo waqtii…
Ispoortii Dorgommii madaallii ga’umsaa biskileettii gaggeeffamaa tureen Shaggar Koorniyaa lamaaninuu… Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Dorgommiin Madaallii Ga'umsaa kilaaboota biskileettii Magaalaa Finfinneetti baatii tokkoof gaggeeffamaa ture olaantummaa magaalaa Shaggariin xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Seeraa mallattoo tokkummaa fi cimina ummata Halaabaa… Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Ayyaanni bara haaraa ummata Halaabaa seeraan mata duree 'ayyaanni seeraa agarsiiftuu sabdaneessaa fi waldanda'uuti' jedhuun Magaalaa Finfinneetti…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Namoota 144'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa…
Ispoortii Angoolaa 1-1 Zimbaabewee Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame. Taphni ha'a Waaree booda…
Oduu biyya keessaa Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Abunee Diyoosqoroosiin ayyaana waggaa Qullubbii Gabre’eelii kabajuuf… Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Abbootiin Amantaa Ortodoksii Waloomaa Hojigaggeessaa Olaanaan Lubummaa Waliigalaa Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Barreessaa Olaanaan Sinoodosii Abunee…
Ispoortii Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa eegale Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa kan bara 2018 eegaleera. Waldorgommii kanarratti giddu galoonni Leenjii,…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi manneen magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarse Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa manneen jireenyaa magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarseera. Ministeerichi manneen jireenyaa 20 Embaasii…
Oduu biyya keessaa Dantaa biyyaalessaa eegsisuuf kominikeeshinii tarsima’aa ta’e qabaachuu barbaachisaadha Sifen Megersa Dec 26, 2025 0 Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Gumiin Balal marsaan 48ffaa mata turee "Dantaa Biyyaalessaafi Miidiyaa" jedhuun Waajjira Pirezidaantii Oromiyaatti geggeeffamaa jira. Gumii Balal…