Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Maariyaamii Tsiyoon kabajamaa jira Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Ayyaanni waggaa Maariyaamii Aksum Tsiyoon haala hoo’aa ta’een kabajamaa jiraachuu ibsame. Pireezidaantii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo…
Waajabila Faanaa Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 lakkuu deesse Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) –Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 daa’ima lakkuu da’uu ishee gabaafame. Dubartiin ganna 70 tun tumsa IVFn lakkuu da’uu ishee eerameera. Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu dandeettii imaammata mootummaa hojiirra oolchuu qabuuni –… Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu sirnaa fi seera hordofee ga’umsa imaammata mootummaa hojiirraa oolchuu qabuuni jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Ispoortii Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii Ameerikaatti hojjetteen walqabatee Doolaara… Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Taphataa cimaan addunyaa Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii bara 2022 Ameerikaa keessatti hojjetteen walqabatee Doolaara biiliyoona 1…
Oduu biyya keessaa Sagantaan xumuraa baatii Dargaggoota Afrikaa gaggeeffama jira Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Sagantaan xumuraa baatii Dargaggoota Afrikaa 16ffaan gaggeeffama jira. Sagantichi mata duree’’ Sochii Dargaggoota Daangaa Ce’aa Paan-Afrikaanizimiif…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Raayyaa Ittisaa Oomisha ga’e walitti qaban Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ilfataatti Oomisha ga’e walitti qabaniiru. Raayyichi birmadummaa biyyaa tiksuurra darbee hojiilee…
Biiznasii Dhaabbileen misoomaa kurmaana 1ffaa darbe keessa galii Birrii biiliyoona 249 ol argachuu ibsame Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Dhaabbileen misooma mootummaa Dhaabbata Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaan bulan kurmaana 1ffaa darbe keessa galii Birrii biiliyoona 249 ol argachuu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lukkuuwwaa sanyii fooyyee miiliyoonni 29 raabsaman – BQO Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lukkuuwwaa sanyii fooyyee miiliyoonni 29 raabsamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise. Bara 2016 Oromiyaatti…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramaa as sektaroonni ijoo xiyyeeffannoo addaa barbaadan adda bahuun riifoormii keessaa darbaa… Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Jijjiiramaa as sektaroonni ijoo xiyyeeffannoo addaa barbaadan adda bahuun riifoormii keessaa darbaa jiraachuu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Shanee 155 gara jireenya nagaatti deebi’uu ibsame Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Marii hawaasa waliin taasiifameen miseensonni Shanee 155 gara jireenya nagaatti deebi’uu Raayyaa Ittisaa beeksiiseera. Humni Eegaa Riippaablikaanii…