Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ijipti waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ijipti Abdulfattaahi Alsiisii waliin mari'ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan mooraa Embaasii Ityoophiyaa Keeniyaatti argamu keessa biqiltuu dhaaban Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin mooraa Embaasii Ityoophiyaa Keeniyaatti argamu keessa biqiltuu Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Poolisii Federaalaa fi magaalaa Finfinnee haala nageenyaa fi tasgabbiirratti… Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Poolisii Federaalaa fi magaalaa Finfinnee haala nageenyaa fi tasgabbiirratti qooda fudhattoota waliin mari'ataniiru. Poolisii…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa magariisaa kan dinqisiifamuu fi hojii caalmaaf kan kakasuudha – Ergamtuu… Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu kan dinqisiifamuu fi hojii caalmaaf kan kakasu ta'uu Ergamtuun Addaa Hojiirra Oolmaa…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon karaa seeran alaa kuufamee ture to’atame Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Holataatti Xaa'oon karaa seeran alaa daddabarfamaa ture to'atamuu ibsameera. Qonnaan bultoonni xaa'oo argachuuf rakkachaa jiraachuu…
Ispoortii Luusiwwan Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu jedhameera. Haala taphichaa ilaalchisee leenjisaan…
Biiznasii Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaarratti hirmaatte Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaa 2023 irratti hirmaachuu Ministeerri Indaastirii beeksise. Agarsiisichi Oomisha fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Kaameeruun waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Kaameeruun Leejeeyuun Mibeellaa waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu mana hin oolu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu hanga Aduun baate dhiittuutti mana ooluu akka hinqabne Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Uncategorized Milkaa’ina karoora bara 2016tiif xiiqiin hojjachuun murteessaadha – Pri. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Milkaa'ina karoora bara 2016tiif xiiqiin hojjachuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…