Fayyaa Dhibee Tiruu Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Dhibeen tiruu dhukkuba daddarbaa sababa vaayirasii hepatitis (Hepatitis A, B, C, D & E) jedhamaniin dhufudha. Dhibeen tiruu gosa Hepatitis B…
Idil Addunyaa Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru lubbuu lammiilee kuma 8tti hiiqanii… Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru itti fufuun lubbuu lammiilee hedduu galaafachaa jiraachuu gabaafameera. Hanga ammaatti…
Idil Addunyaa Ameerikaa magaalaa Lewistoniitti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefaman Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Ameerikaa magaalaaa Lewiston, bulchiinsa Mee'in keessatti dhukaasa banameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefamuu Poolisiin biyyattii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Raawwiin Hojii Kurmaana 1ffaa Kilaastera Bulchiinsaafi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa… Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Raawwiin Hojii Kurmaana 1ffaa Kilaastera Bulchiinsaafi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Itti aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan baqattootaa fi Kolagaltoota miiliyoona 1 oliif eegumsa taasiisaa jirti jedhame Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Godaantootaa Idil Addunyaaf kan dhiyaatu waadaalee 6 raggaasifte. Yaa’iin Godaantoota Idil Addunyaa Baatii Muddee 2023…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Biyyaa Raayyaa Ittisaa qormaata gara injifannootti jijjiiru qabduudha -TKM Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) –Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Itiyoophiyaa Biyyaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyaa ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Oct 26, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyaa guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Idil Addunyaa Walitti bu’iinsa Baha giddu galeessaaf furmaata siyaasaa kaa’uun barbaachisaadha –… Sifen Megersa Oct 25, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Walitti bu'iinsa Baha Giddu galeessaaf furmaata siyaasaa kaa'uun barbaachisaa ta'uu Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon hubachiisaan.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Kantibaa magaalaa Atlaantaa waliin dhimmoota hariiroo waloorratti mari’atan Sifen Megersa Oct 25, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kantibaa magaalaa Atlaantaa Andiree Diikanis waliin dhimmoota hariiroo waloorratti…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaa, Baalee fi Buunnoo Beeddelleetti hojiileen misoomaa daawwataman Sifen Megersa Oct 25, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa, Baalee fi Buunnoo Beeddelleetti hojiileen misoomaa kutaalee hawaasaa garaagaraan daawwatamaniiru. Jilli Hoggansaa Aanaalee…