Idil Addunyaa Joo Baayidan Isiraa’el daawwachuuf Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidanguyyaa boru Isiraa'el daawwachuuf ta’uu gabaafame. Pireezidant Baayidan Isiraa'el kan daawwataniif waa'ee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’atan.…
Fayyaa Dhukkubni Kalee maali? Sifen Megersa Oct 17, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Dhukkubni kalee sababoota garaagaraatiin fayyummaan kalee miidhamee dhiiga qulqulleessuu dadhabuun dhangala’aan xurawaan qaama keessatti kuufamee…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti Bishingaan sanyii filatamaan lafa hektaara kuma 16 olirratti misoomaa jira Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti Bishingaan sanyii filatamaan lafa heektaara kuma 16 olirratti misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Idil Addunyaa Yaaliin Waliigaltee dhukaasaa dhaabuu sa’aatiiwwanii fashalaa’uun Isiraa’eel haleellaa itti… Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tattaaffiin Waliigaltee dhukaasaa dhaabuu Isiraa’eelii fi Hamaas gidduu eegalame osoo hin milkaa’iin hafuun Isiraa’eel haleellaa itti fufuu…
Oduu biyya keessaa Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee Sadiitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbe Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee sadiitti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun Namoota 8 yoo darbu, namoota 4 iira midhaan qaamaa cimaa fi salphaan…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa naannolee garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan naannolee garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajameera. Guyyaan kun naannoo Harariitti bakka hoggantoonni mootummaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajameera. Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Af Yaa’iin Mana Maree…
Idil Addunyaa Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf waliigalte Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Marii Ameerikaa fi Ijipti waliin taasiifamaa ture hordofee Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf…
Oduu biyya keessaa Alaabaa keenya jalatti walitti qabamnee tokkummaa sabdaneessummaa Itoophiyaa ni cimsina -TKM Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Alaabaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarseera. Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa yeroo 16ffaaf…