Barattuu akka biyyaatti qormaata kutaa 12ffaa bara 2015n qabxii olaanaa galmeessite
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Barattuun Hanaan Najii Ahimad magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Kiruuzirraa damee Saayinsii Uumamaan qabxii 649 galmeessuun seenaa hojjette.
Barattuu…