Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waldaa Geejjiba Idil Addunyaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Yaa’iin Waldaa Geejjibaa Idil Addunyaa dhimma Afrikaarratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi mata duree “Humna Damee…
Oduu biyya keessaa IGAD tarsiimoo Nageenya nyaataa fi bulchiinsa qisaasama oomisharratti mariii gaggeessaa jira Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa tarsiimoo Nageenya nyaataa fi bulchiinsa qisaasama oomisharaarratti Finfinneetti mariii Ministirootaa gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Fooramiin biyyaalessaa Tajaajila bishaan magaaloota Ityoophiyaa 14ffaa gaggeeffama jira Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Fooramiin biyyaalessaa Tajaajila bishaan magaaloota Ityoophiyaa 14ffaa magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffama jira. Fooramichi tajaajila bishaan…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayiticha haasa jibbiinsaa miidiyaa hawaasaan tamsa’an ittisuuf hojjechaa jiraachuu ibse Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa haasa jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa miidiyaa hawaasaan tamsa’an ittisuuf qooda fudhattoota waliin magaalaa…
Ispoortii Waaliyaawwan tapha gulaallii ramaddii 5ffaa har’a Maalaawwii waliin taphata Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 5ffaa har’a Maalaawwii waliin ni taphata. Waaliyaawwan har’a…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Tashoomaan durfamu tarkaanfii ijaarsa seeraan alaa irratti fudhatame daawwate Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Jillii kantibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashooma Addunyaan durfamu kutaa Magaalaa Mana Abbichuu Aanaa Akaakoo saayitii Guraaraatti…
Oduu biyya keessaa Bu’aan yeroo Murtee Ummataa Walaayittaatti ifoome Sifen Megersa Jun 20, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC)- Bu’aan yeroo sagalee Murtoo Ummataa Walaayittaa ifoomeera. Ummanni bu’aa sagalee isaa ilaallataa jira jedhame. Magaalaa Booddittii fi aanaa…
Biiznasii Ityoophiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran 65 fayyadamoo kan taasiisu tooftaan daldalaa ifoome Sifen Megersa Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) – Biriitaaniyaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran 65 fayyadamoo kan taasiisu tooftaan daldalaa ifoomsite. Sirni jalqabbii isaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Wixinee fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Wixinee fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atamaa jiraachuu ibsameera. Maricharratti Ministir Deetaa Ministeera Maallaqaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Burtukaan Miidhaaksaan godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin… Sifen Megersa Jun 19, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2015 (FBC) - Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaaksaa godina Walaayitaatti adeemsaa filannoo murtoo uummataa irra deebiin…