Torban dura gaa’ila raawwatee har’a balaa konkolaataan lubbuun kan darbe jifataa Liivarpuul…
Finfinnee ,Waxabajjii 26, 2017 (FMC) –Taphataan sarara fuulduraa Liivarpuul Diyaagoo Jootaan balaa konkolaataa isa mudateen umriisaa waggaa 28ffaatti obboleessa isaa Andiree jedhamu waliin…