Oduu biyya keessaa Haleellaan gareen Alshabaab qaqqabsiisuuf ture fashalaa’e Sifen Megersa Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Haleellaan gareen Alshabaab qaqqabsiisuuf ture Raayyaa Ittisaan fashalaa’uu ibsameera. Garichi naannoo Somaalee aanaa Dolloo Addootti haleellaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Bariisoon durfamu aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa jiru daawwate Sifen Megersa Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimmaa aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi Faajjii Tokkummaa fi Obbolummaati – Gumii Balal marsaa 34ffaa Sifen Megersa Oct 2, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Mariin Gumii Balal marsaa 34ffaan haala kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Harsadii bara 2016 irratti gaggeeffamaa jira. Gumiin Balal marsaa…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Godina Beenchii Shakkoo daawwatan Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Uummattoota Kibbaa Lixaa Itiyoophiyaatti Godina Beenchii Shakkoo daawwataniiru. Qaama maaddii biyyaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen gara Landanitti taasisu ol guddise Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen yeroo 7 gara Landanitti taasisu ture 10 ol guddisuuf qophii xumuruu ibseera. Sadaasa 11,…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 530 Bunaan uwwifame – MM Dooktar Abiy Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 530 Bunaan uwwifamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Lafa Bunaan uwwifame keessaa 50 ol…
Idil Addunyaa Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu ibsite Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyattii beeksiseera. Ministirri Ministeera Raayyaa…
Ispoortii Fiigicha shaampiyoonaa Atileetiksii Rigaan Atleet Dirribee Waltajjiin riikkardii fooyyeessun… Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Laatiiviyaa Rigaatti maayila 1 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Dirribee Waltajjii 1ffaan yoo xumurtu, Fireewayinii…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Kumaalaa Jaatanii Alii Finfinneetti hundaa’e Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Faawundeeshiniin Kumaalaa Jaatanii Alii bakka Abbootiin Gadaa, Hoggantoonni olaanoo Naannoofi Federaalaa akkasumas keessummoonni garagaraa argamanitti…
Ispoortii Shaampiyoonaa Rigaan Atileet Ijjigaayyoo Taayyeen meedaaliyaa Nahaasii argatte Sifen Megersa Oct 1, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Laatiiviyaa Rigaatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Ijjigaayyoo Taayyeen meetira kuma 5 meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa…