Waajabila Faanaa Dubartootaa fi kabaja ayyaana Irreechaa… Sifen Megersa Oct 3, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2018 (FMC) - Kabaja ayyaana Irreechaa keessatti iddoon dubartoottni qaban olaanaa akka ta’e himama. Ayyaanni irreechaa dudhaalee sirna Gadaa keessaa tokkodha.…
Oduu biyya keessaa Irreecha bara kanaa akkaataa tokkummaa fi obbolummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophoofne –… Sifen Megersa Oct 3, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) –Irreecha bara 2018 akkaataa tokkummaa fi obbolummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophoofne jedhan jiraattoota Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu. Irreechi bara…
Oduu biyya keessaa Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa Manneen Maree lamaanii Wiixata dhufu gaggeeffama Sifen Megersa Oct 3, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) – Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa fi Mana Maree Federeeshinii Fulbaana 26, 2018 Wiixata dhufu gaggeeffama.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Dorgommii Bareedduu Tuuriizimii Oromiyaa 5ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Sagantaan Dorgommii Bareedduu Tuuriizimii Oromiyaa 5ffaan Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffamaa jira. Saganticha Komiishiniin Tuuriizimii…
Oduu biyya keessaa Kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an… Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018(FMC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomse. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Har’a taatee seenaa Itiyoophiyaanota hunda boonsu raawwanne – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018(FMC) - Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa warshaa xaa’oo Yuuriyaa fi warshaa boba’aa calaluuf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Misooma Namaa eegalame Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Fooramiin Misooma Namaa Itiyoophiyaa bara 2025 Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti eegalameera. Foormichi guyyoota lamaaf kan ta’u yoo ta’u, mata…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni Jigjigaatti argame Kutaalee Baha biyyattiif abdii fi kaka’umsa olaanaadha – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Dooktar Abiy baatii…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal, PSG, Doortumandii fi Naappoolii morkattoota isaanii… Sifen Megersa Oct 2, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) - Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal, PSG, Doortumandii fi Naappoolii morkattoota isaanii yoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Oct 1, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru. Magaalaan Jigjigaa har'a daawwanne kan Baatii…