Mootummaan Naannoo Oromiyaa carraa hojii ogummaan durfamu uumuuf hojjechaan jira jedhe
Finfinnee, Fulbaana 8, 2018 (FMC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojii dhabdummaa rakkoo siyaas-diinagdee biyyaa ta'e hundeerraa hiikuuf carraa hojii ogummaan durfamu uumuuf hojjechaan jira…