Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid vs Eevartan… Sifen Megersa Nov 24, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz taphoota torbee 12ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessa. Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Biiznasii Oromiyaatti bara kana Damma Toonii kuma 100 fi kuma79 oomishuuf hojjetamaa jira – BQO Sifen Megersa Nov 24, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) – Oromiyaatti bara 2018 keessa Damma Toonii kuma 100 fi kuma 79 oomishuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannoo Oromiyaa. Haala mijataa Naannoon…
Ispoortii Arsenaal 4 – 1 Tootenhaam Sifen Megersa Nov 23, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan 212ffaan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera. Arsenaal galchii 4 fi 1'n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Atsiqasillaaseen Angoolaa Luwaandaa galan Sifen Megersa Nov 23, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa'ii waloo Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa 7ffaarratti hirmaachuuf Angoolaa Luwaandaa galan. Yaa'ichi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa hundaaf taatu ijaaruuf hojjetaa jirra – Dooktar Biqilaa Hurrisaa Sifen Megersa Nov 23, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa hunda qixa hammattu, hirmaachiiftuu fi hundaaf taatu ijaaruuf hojjetaa jirra jedhan Ministirri Itti Gaafatamaa Damee Hariiroo Uummataa fi…
Oduu biyya keessaa Walga’ii biyyoota garee 20 cinaatti mariiwwan waloo faayidaa Itiyoophiyaa guddisan… Sifen Megersa Nov 23, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Walga'ii biyyoota garee 20 cinaatti mariiwwan waloo faayidaa Itiyoophiyaa guddisan gaggeeffaman jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Naannichatti qabeenya uumamaa fi humna namaa walitti qindeessuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Nov 23, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti qabeenya uumamaa fi humna namaa walitti qindeessuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhan Pireezidaantii itti aanaan mootummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 23, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin mari'atan. Yaa'ii biyyoota garee 20 cinaatti marii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Azaarbaajan tumsa isaanii caalmaatti cimsuuf ni hojjetu Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Azaarbaajan tumsa Paarlaamaa hariiroo ummataa fi Invastimantiin qaban caalmaatti cimsuuf ni hojjetu. Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiim daawwanna hojiif Itiyoophiyaa dhufan Sifen Megersa Nov 18, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Aniwaar Abraahiim daawwannaa hojii guyyoota sadiif har'a Finfinnee galaniiru. Kana hordofee Ministirri…