Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a eegalamu Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2025/26 har’a eegalamu. Taphoota bara kanaarratti kilaboonni 36 ni hirmaatu. Piriimeer Liigiin…
Oduu biyya keessaa Eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi Magaalota Naannoo… Sifen Megersa Sep 16, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi Magaalota Naannoo Amaaraatti mata duree 'Gamtaan…
Ispoortii Atileet Joorji Beemiish fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 injifate Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Addunyaa 20ffaan fiigicha gufachiisa meetira kuma 3 har’a Tookiyootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoohiyaa hin milkoofne. Atileet…
Teeknooloojii Simannaa barattota Yuuniivarsiitii tekonooloojiin deeggerame… Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Yuuniivarsiitiin biyya Chaayinaa Choon Giikangi roobootota namaa fi sarootaan fakkeeffamaniin barattoota simachuun isaa xiyyeeffannaa argateera.…
Oduu biyya keessaa Barattoota Shamarranii qormaata biyyaalessaan qabxii olaanaa galmeessan Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Barattuu Siimboo Darajjee fi Hayimaanoota Yohaannis Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017’n akka biyyaatti barattoota shamarranii keessaa qabxii…
Idil Addunyaa Rippaablika Diimokiraatawaa Koongootti duulli Talaallii Vaayirasii Iboolaa eegalame Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Rippaablika Diimokiraatawaa Koongootti duula Talaallii Ittisa Vaayirasii Iboolaa eegalchiise. Biyyattiitti facaatiin dhibee…
Oduu biyya keessaa Marsariitiin bu’aan qormaataa ittiin ilaallamu ifoome Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera. Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitii fi…
Ispoortii Fiigicha xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a dhiirotaa gidduutti ni…
Oduu biyya keessaa Dhalootni ammaa dhaloota seenaa himu, seenaa barreessuufi seenaa hojjetuudha – obbo Awwaluu… Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Hoggantoonnii fi hojjettoonni naannoo Oromiyaatti sosochii ga’umsaa qaamaan gammachuu isaanii…
Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Nootingaham Forest Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan Arsenaal galchii 3 fi 0n Nootingahaam Foresti injifateera. Zuubimeendiin galchii lamaa fi Yookeereesh…