Sagantaan Ashaaraa magariisaa duudhaan kunuunsia bosona ture caalmaatti akka cimu gargaare
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Mootummaan hawaasa hirmaachisuun raawwataa jiru duudhaaleen kunuunsa bosonaa ture caalmaatti akka cimu gargaare jedhe…