Ispoortii Kaadhimantoonni filatamoon waggichaa FIFA ifooman Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Kaadhimamtoonni filatamoon bara 2025 FIFA dameewwan adda addaan ifoomaniiru. Damee leenjistootaan Luwiis Eniriikee, Arnee Siloot, Mikaa'el…
Fayyaa Oomisha Oksiijinii tajaajila yaalaa saffisiise … Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Hanqina Oksiijinii yaala fayyaa furuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa. Hoji raawwachisaan Kominikeeshinii Fayyaa Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Mootummaa leenjii hoggansaarra jiran hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Mootummaa sadarkaa Federaalaafi Naannoo leenjii hoggansaarra jiran Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan. Kilaastera…
Oduu biyya keessaa Misooma Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna – Ambaasaaddar… Sifen Megersa Nov 6, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) – Teeknooloojii anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evgeenii…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti barattoonni kumni 300 fi kumni 79 ol fayyadamoo sagantaa nyaata barattootaa ta’an Sifen Megersa Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti manneen barnootaa kuma 1 fi 224 keessatti sagantaan nyaata barattootaa hojiirra oolaa jira jedhe Waajjirri Barnootaa…
Ispoortii Aarbaa Minci 0 –1 Adaamaa Sifen Megersa Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan injifannoo jalqabaa galmeesseera. Adaamaan bara kana walitti aansuun taphoota 3…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii Faransaay waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii Faransaay Zyaan Noo’eel Baarooti waliin mari’ataniiru. Dhimmoota…
Teeknooloojii Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa mirkaneessuuf anniisaan Niwukilaraa daran barbaachisaadha – Obbo… Sifen Megersa Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa mirkaneessuuf teeknooloojiin Niwukilaraa daran barbaachisaadha jedhan Ministira Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi gosoota sanyii midhaanii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyeessaa jira Sifen Megersa Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Giddu galli qorannoo qonna Qulumsaa gosoota sanyii midhaanii oomisha olaanaa kennan qonnaan bultootaaf dhiyeessaan jira jedhe. Birmadummaa nyaataa…
Oduu biyya keessaa Oomishni Qamadii Qonna Gannaa Raayyaa Ittisa Biyyaan misoome kompaayinaraan sassabame Sifen Megersa Nov 4, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Oomishni Qamadii Qonna Gannaa Raayyaa Ittisa Biyyaan Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti misoome kompaayinaraan sassabameera. Raayyaan ittisa biyyaa…