Oduu biyya keessaa Naannichi sirreeffamtoota seeraa 745’f dhiifama godhe Sifen Megersa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 745’f dhiifama godhe. Boordiin dhiifamaa naannichaa gaaffii…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 8, 2025 0 Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 3 Guyyaa Milkaa'inaa ilaalchisee ergaa…
Oduu biyya keessaa Qaammee 3 Guyyaa Milkaa’inaa Sifen Megersa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) –Qaammeen 3 Guyyaan Milkaa'inaa har'a mata duree 'Milkaa'ina olka'iinsa waaraaaf' jedhuun kabajamee oola. Guyyaa kana milkaa'inoota darbaniif kan…
Ispoortii Kaayirootti ifee kan mul’ate Abbubakar Nuuraa Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Karra Eegaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Nuuraan ga'umsa olaanaa gulaallii Waancaa Addunyaarratti mul'iseen dinqisiiffannaa…
Ispoortii Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf gaggeessaan taasifame Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamurratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.…
Biiznasii Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100… Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 8 fi ol argadhe jedhe. Dhaabbatichi bakka…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Saaharaawwii Arab Finfinnee galan Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Saaharaawwii Arab Ibraahim Gahaaliin yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Biiznasii Misooma Bunaaf xiyyeeffannoo addaa kennamee hojii hojjetameen jijjiiramni argame – Obbo… Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Jijjiiramaan booda Misooma Bunaaf xiyyeeffannoo addaa kennamee hojii hojjetameen jijjiiramni argame jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Looreensi Finfinnee galan Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Looreensi yaa'ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Zyaawoo Looreensi wayita buufata…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Biiroo Qajeelcha Waliigalaa Ajaja duultoota Addaa eebbisan Sifen Megersa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Biiroo Qajeelcha Waliigalaa Ajaja Duultoota Addaa eebbisisuun bananiiru.…