Kenna tajaajilaa Hospiitaala Roobee Diida’aa ilaalchisee deebii mootummaan kenne nugammachiise…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Hanqina kenna tajaailaa Hospiitaala Roobee Diida’aa ilaalchisuun gaaffii dhiyeessaa turaniif deebii mootummaan kenne nu gammachiise jedhan jiraattonni…