Oduu biyya keessaa Ergaa bulchiinsa magaalaa Finfinneerraa darbe Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee ibsa kenneera. Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiittis ta'ee magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Alangaa Federaalaa Yaa’ii waliigalaa gaggeeffamurratti si’oominaan akka… Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Ministeerri Haqaa Abbootiin Alangaa Federaalaa Yaa'ii waliigalaa gaggeeffamurratti si'oominaan akka hirmaatan waamicha dhiyeesseera. Ministeerri Haqaa…
Biiznasii Aanaa Sinaanaatti meeshaaleen kontiroobaanddii Birrii miliyoona 4 oliti tilmaamamu too’atame Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Godina Baalee aanaa Sinaanaatti meeshaaleen kontiroobaanddii Birrii miiliyoona 4 oliti tilmaamamu to'atameera. Hordoffii fi sakattoo taasiifameen…
Idil Addunyaa Miseensonni Paarlaamaa mootummaa Somaaliyaa filannoon akka itti fufu murteessan Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Mootummaan Somaaliyaa filannoon miseensota Mana Maree bakka bu'oota ummataa harkifamaa ture akka itti fufu murteessuun sagantaa isaa ifoomse. Adeemsi…
Fayyaa Yuunvarsiitiin Haramayaa jiraattoota naannoo Hararii abbootii warraa kuma 3 fi 500 fayyadamoo kan… Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramayaa jiraattoota naannoo Hararii abbootii warraa kuma 3 fi 500 fayyadamoo kan taasiisu tajaajila Inshuraansii Fayyaa deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Gulantaan guddinaa fi meedaaliyaan hoggantootaa fi miseensota Raayyaa Ittisaaf kenname ga’umsa… Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Gulantaan guddinaa fi meedaaliyaan hoggantootaa fi miseensota Raayyaa Ittisaaf kenname ga'umsa isaanii qofan ta'uu itti aanaan Itaamaajoor Shuumiin Humna…
Oduu biyya keessaa Nageenyi Ityoophiyaa tasgabbii naannawaa Baha Afrikaaf murteessadha – Sudaan Kibbaa Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahaaddiin Ministira Dhimmoota Preezdaantummaa Sudaan Kibbaa Dooktar Baarnaabbaa Maariyaa Beenjaamiin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Hawaasaa barattoota ogummaa Fayyaan garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Hawaasaa guyyaa har'aa Digirii jalqabaan Barattoota 246, digirii 2ffaan barattoota 72 fi Ispeeshaalistiin barattoota 40 eebbisiisuu…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad bakka buutoota miseensota diyaaspooraa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka buutoota miseensota diyaaspooraa waamicha biyyaa fudhachuun gara biyyaa galan waliin mari'ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad, Itti aanaa Preezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal… Sifen Megersa Jan 22, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti aanaa Preezdaantii Mana Maree Ce'umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon baga nagaan gara…