Oduu biyya keessaa Sirni Cuuphaa Hurufa Boombiitti Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombitti sirna Cuuphaa haala hoo'aa ta'een gaggeeffameera. Sirni Cuuphaa kun akkaataa barsiifata Amantaa Kiristiyaanaa…
Oduu biyya keessaa Qabsaa’aafi Artistiin Nuhoo Goobanaa boqate Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Artistiin gameessi beekamaafi Jaallatamaan Nuhoo Goobanaa addunyaa kanarraa du'aan boqateera. Nuhoon qabsoo guddina aartiifi Afaan Oromoof taasise…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Goondar galan Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) -Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Cuuphaa kabajuuf halkan edaa magaalaa Goondar galaniiru. Aadde Adaanach haaluma kanaan dura…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota Amantaa Ortodoksii hunda biratti sirna hoo ‘aa ta’een… Sifen Megersa Jan 19, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) -Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii hunda biratti sirna hoo 'aa ta'een kabajamuu ibsameera. Ayyaannichi Magaalaa Finfinnee…
Biiznasii Hawaasni Diyaaspooraa Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan Sifen Megersa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Hawaasni Diyaaspooraa naannoo Sidaamaatti Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwataniiru. Miseensonni Diyaaspooraa kunneen tibbana filannoowwan…
Ispoortii Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii yoo injifattu Seeneegaal… Sifen Megersa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii 2 fi 1 yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin goolii malee qixata ba'aaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hojiin Misooma Sululaa fi Jallisui haala rakkoo Ityoophiyaaf gumaachuu danda’uun ni hojjetamu… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Hojiin Misooma Sululaa fi Jallisii bona kana gaggeeffamu haala rakkoo Ityoophiyaaf gumaachuu danda'uun hojjetamuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa…
Ispoortii Buurkiinaafaasoo 1 – 1 Ityoophiyaa Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa ramaddiin xumuraa har'a Buurkiinaafaasoo Ityoophiyaa gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurame. Goolii Siiriiyil Baayyaalaan…
Oduu biyya keessaa Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee Mikaa'eel boqotaniiru. Abunee Mikaa'eel dhibee…
Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti Gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6, Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalota 18… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Godina Gujiitti gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6 Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalota 18 hirmaachise Bulchiinsa Magaala Nageelleetti eegaleera.…