Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamee guguramuuf ture…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Torban tokko keessatti Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamuun gurgurtaaf dhiyaachuuf ture to’atamuu ibsameera.…