Ispoortii Morkii Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taasifamu Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa kilaboota addunyaan taphni har’a Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taphatamu ni eegama. Dorgommiin haala qilleensaa…
Ispoortii Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabe Sifen Megersa Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lammiin Kirooshiyaa taphataan duraanii Baarseloonaa Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise. Taphataan sarara gidduu duraanii…
Biiznasii Ce’umsi Interpiraayizootaa bu’ura Indaastirii fi Badhaadhinaati – BCHUOO Sifen Megersa Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Ce'umsi Interpiraayizootaa bu'ura Indaastirii fi Badhaadhinaati jedhe Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa. Biirichi Interpiraayizoota…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ameerikaatti dorgomame injifatan Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Dorgommii fiigicha meetira kuma 10'n Iyuujiinitti dhiiroota gidduutti har'a dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa bahuun injifatan.…
Ispoortii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Tapha Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti taphatamaa jiruun PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe. PSGn galchii 2 fi 0n Baayern…
Oduu biyya keessaa Boorana Bahaatti laftis sirna beeka; seerrifi safuun damboobee argama – Pireezidaanti… Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Boorana Bahaatti nama qofa osoo hintaane, laftis sirna beeka; seerrifi safuun damboobee argama jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Waadaan Saqoxaa fayyaa hawaasaa fooyyessuun wabii fayyaa ta’aa jira – Obbo Tamasgeen… Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Waadaan Saqoxaa hojiirra ooluun fayyaa hawaasaa fooyyessuun wabii fayyaa ta'aa jira jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Biraaziil waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Biraaziil Luuwiiz Inaachiyoo Luulaa Daa Siilvaa waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabatti pirojektootni 311 Birrii biiliyoona 3.5 hojjetaman eebbifamuun tajaajilaaf banaa… Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Godina Shawaa Kaabatti pirojektootni 311 baajata mootummaafi hirmaannaa uummataa Birrii biiliyoona 3.5 oliin hojjetaman tajaajilaaf banaa ta'an.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen kabaja guyyaa bilisummaa Koomooroosirratti hirmaachuuf Koomooroos galan Sifen Megersa Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen kabaja guyyaa bilisummaa Koomooroosirratti hirmaachuu Koomooroos magaalaa Mooroonii galan.…