Teeknooloojii Simannaa barattota Yuuniivarsiitii tekonooloojiin deeggerame… Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Yuuniivarsiitiin biyya Chaayinaa Choon Giikangi roobootota namaa fi sarootaan fakkeeffamaniin barattoota simachuun isaa xiyyeeffannaa argateera.…
Oduu biyya keessaa Barattoota Shamarranii qormaata biyyaalessaan qabxii olaanaa galmeessan Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Barattuu Siimboo Darajjee fi Hayimaanoota Yohaannis Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017’n akka biyyaatti barattoota shamarranii keessaa qabxii…
Idil Addunyaa Rippaablika Diimokiraatawaa Koongootti duulli Talaallii Vaayirasii Iboolaa eegalame Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Rippaablika Diimokiraatawaa Koongootti duula Talaallii Ittisa Vaayirasii Iboolaa eegalchiise. Biyyattiitti facaatiin dhibee…
Oduu biyya keessaa Marsariitiin bu’aan qormaataa ittiin ilaallamu ifoome Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera. Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitii fi…
Ispoortii Fiigicha xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a dhiirotaa gidduutti ni…
Oduu biyya keessaa Dhalootni ammaa dhaloota seenaa himu, seenaa barreessuufi seenaa hojjetuudha – obbo Awwaluu… Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Hoggantoonnii fi hojjettoonni naannoo Oromiyaatti sosochii ga’umsaa qaamaan gammachuu isaanii…
Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Nootingaham Forest Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan Arsenaal galchii 3 fi 0n Nootingahaam Foresti injifateera. Zuubimeendiin galchii lamaa fi Yookeereesh…
Ispoortii Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan 20ffaa dorgommii meetira kuma 10'n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii…
Idil Addunyaa Gamtichi galmoota Idil-addunyaa milkeessuuf Mootummoota Gamtooman wajjin hojjechuu itti fufa –… Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Gamtaan Afrikaa galmoota Afrikaa darbees kan idil addunyaa milkeessuuf Mootummoota Gamtooman waliin hojjechuu ittifufa jedhan dura taa'aan Komishinii…
Oduu biyya keessaa Bu’aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Sifen Megersa Sep 13, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu…