Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Sidaamaa muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen muudama kaabinootaa mirkaneesseera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Manneen Murtii Oromiyaa guyyaa boruu hojii idilee isaanii ni eegalu jedhame Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Manneen Murtii Oromiyaa sababa boqonnaa Abbootii Seeraatiin baatii lamaaf gariin cufamanii turan guyyaa boruu hojii idilee kan eegalan ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Asiyaa Kamaal Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Afaar ta’uun filataman Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Asiyaa Kamaal Af Yaa’ii Mana marichaa taasiisuun filateera. Aadde…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaa Preezdaantii Naannoo Afaar ta’uun filataman Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun obbo Awwal Aarbaa Preezdaantii naannichaa taasiisuun filateera. Obbo…
Fayyaa Waliigalteen ogeeyyii fayyaaf carraa hojii uumuu Emireetota Araba Gamtoomaniitti waliin mallattaa’e Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Waliigalteen Ogeeyyii fayyaa Ityoophiyaaf carraa hojii uumuu Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mallattaa’eera. Komishinii carraa hojii uumuu,…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii hundeeffama mootummaa haaraa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi Preezdaantii naannichaa fi Af Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammissee Dullachaa Preezdaantii Mana Murtii waliigalaa naannoo Sidaamaa ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen obbo Dammissee Dullachaa Preezdaantii Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Hora Amboo Waggoota 70 booda saaqame Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Irreechi malkaa Hora Amboo waggoota 70 darbaniif cufamee ture saaqamuu ibsameera. Sirna saaqiinsaa isaa irratti Abbootiin Gadaa,…
Oduu biyya keessaa Ajajaa Olaanaan Humna Lafarraa Raayyaa Ittisaa Leetanaal Jeneraal Asraat Deenneeroon ooyiruu qonnaan… Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Ajajaa Olaanaan Humna Lafarraa Raayyaa Ittisaa Leetenaal Jeeneraal Asraat Deenneeroon godina Matakkalitti ooyiruu qonnaan Bultootaa Aanaa…
Idil Addunyaa Waliigalteen Ameerikaa fi Taaliibaan kufaatii Afgaanistaan ariifachiiseera – Aanga’oota… Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Waliigalteen Ameerikaa fi Taaliibaan kufaatii Afgaanistaan kan ariifachiisuu Aanga’ootni Ameerikaa ibsan. Taaliibaan Afgaanistaan…