Oduu biyya keessaa Ijaarsi Piroojektii Finnaa Gooyidar 80 qaqqaabuun ibsame Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Ijaarsi Piroojektii Finnaa Gooyidar %80 qaqqaabuu Biiroon Misooma Jallisii fi Horsisee Bulaa Oromiyaa beeksise. Pirokjektichi Godina Baalee Bahaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoodha – Dooktar Abiy… Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoo ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Teeknooloojii Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaan damee Teeknooloojiin waloon hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaan damee Teeknooloojiin waloon hojjechuuf waliigalaniiru. Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Itiyoophiyaa Ministeera…
Biiznasii Dhabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa bituuf fedhii qabaachuu ibsan Tsehay Guluma Dec 9, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Dhaabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa baay’inaan bituuf fedhii qabaachuu beeksisan. Jilli Mana Maree Daldalaa, Tumsa Diinagdee fi walitti Hidhamiisa…
Ispoortii Taphni Eevartan har’a Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu ibsame Tsehay Guluma Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Taphni Eevartan har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu piriimeer Liigichi beeksise.…
Biiznasii Meeshaaleen kontirobaandii Birrii Miiliyoona 500 fi miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’ataman Tsehay Guluma Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) - Meeshaaleen kontirobaandii Birrii Miiliyoona 500 fi miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera. Komishinichi hordoffii…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Dagamitti gurmaa’insa haaraa daawwachuun jirattoota waliin… Tsehay Guluma Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin jiraattoota Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dagam Ganda Aannoo Qarree waliin…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa ogeeyyii 450 Eebbisise Tsehay Guluma Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa balaaliistoota dabalatee ogeeyyii damee garaagaraan leenjisaa ture 450 eebbisiseera. Sirnicharratti…
Oduu biyya keessaa Qondaaltoonni olaanoon naannoo Oromiyaa facaasaa qamadii jallisii bonee kutaa Magaalaa Sabbataatti… Tsehay Guluma Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Qondaaltoonni olaanoon naannoo Oromiyaa facaasaa qamadii jallisii bonee magaalaa Shaggat kutaa Magaalaa Sabbataatti eegalchiisaniiru. Hogganaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa sabaaf Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun Siimpoziyeemiin gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Guyyaa sabaaf Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun Siimpoziyeemiin magaalaa Aarbaa Mincitti gaggeeffamaa jira. Siimpoziyeemicharratti Afyaa’iin Mana…