Dhaabbileen barnootaa olaanoon hoggansa ga’umsa qabu akka qabaatan hojjetamaa jira – Piroofesar…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa olaanoon hoggansa ga’umsa qabuun akka hogganaman hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan…