Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee Muudamoota raggaasise Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Muudamoota dhiyaatan raggaasiseera. Haaluma kanaan: Injinar Wandimmuu Seetaa-Sadarkaa Kantiibaa Itti…
Oduu biyya keessaa Waa’ee Daldala Markaatoo fi Nagahee kennuurratti Aadde Adaanech maal jedhan? Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaala Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen har’a Mana Maree Bulchiinsa Magaalichaaf dhimma gibira kaffaluu fi wayita bittaa fi…
Oduu biyya keessaa Waggoottan 6’n darban guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ateera-Dooktar Fitsum Asaffaa Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Waggoottan 6’n darban tarkaanfiiwwan fooyyessii diinagdee fudhatama jiraniin guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ataniiru jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii kurmaana jalqabaa gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii karoora kurmaana jalqabaa bara 2017 Magaalaa Asoosaatti gaggeessuu eegaleera. Gamaaggamicharratti Itti Aanaa…
Fayyaa Naannoo Oromiyaatti dhibee busaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun ibsame Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti tattamsa’ina dhibee busaa ittisuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Nov 19, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii Idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gaaffii…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa badhaasaa fi beekamtii sadarkaa Urjii 4 Daandii Qilleensa Addunyaa bara 2025… Tsehay Guluma Nov 18, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasaa fi beekamtii sadarkaa Urjii 4 Daandii Qilleensa Addunyaa filannoo imaltoota ‘APEX’ 2025 argate. Badhaasni Urjii…
Oduu biyya keessaa Inisheetiviin Maaddii guutuu kallatti karoorfameen hojiirra oolaa jira- Obbo Tamasgeen Xirunaa Tsehay Guluma Nov 18, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC)- Inisheetiviin Maaddii guutuu kallatti karoorfameen hojiirra oolaa jiraachuu Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamsageen xirunaan ibsan. Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jiru –TKM Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jirachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate Eebbifame Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate eebbifameera. Saganticharratti Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan,Af-yaa'ii Naannoo…