Ispoortii Itiyoophiyaan Taanzaaniyaa waliin Tapha ni taasifti Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 5ffaa Taanzaaniyaa waliin ni taphata. Taphichi har’a galgala…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’atan Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii dhimmoota…
Ispoortii Buunyessaa Maayik Taayisan Buunyessaa Jeek Paawuliin injifatame Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Dorgommii Buunyaa har’a barii taasiifameen Buunyessaa beekamaan Maayik Taayisan Jeek Jooseef Paawuliin injifatameera. Taayisan waggoota 19 booda…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjooman Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjoomaniiru. dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu ta’uu ibsuun, hawaasni aadaa dhiiga arjoomuu…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee Misoomaa Magaalaa Baahir Daar daawwatan Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Idil Addunyaa Pireezidaantoonni Ameerikaa fi Chaayinaa Peeruu galan Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidaanifi gitni isaanii Chaayinaa Shii Jiinpiingi Yaa’ii Tumsa Eeshiyaa Paasiifikirratti hirmaachuuf Peeruu Liimaa…
Oduu biyya keessaa Godinicha Aanaalee garaagaraatti Hiriirri waamicha nageenyaa gaggeeffame Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) –Godina wallagga Bahaa aanaalee garaagaraa keessatti hiriirri waamicha nageenyaa gaggeeffameera. Jiraattoonni godinichaa aanaalee garaagaraa rakkoo…
Waajabila Faanaa Waggaa 12 booda qaroo Ifa arge Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) –Dargaggeessi Fireewu Shibashiin umurii Waggaa 22tti balaa isaa mudateen qaroo ija isaa akka dhabe dubbata. Qaroon ija isaa akka deebi’uuf tajaajla…
Ispoortii Tapha CAF’n Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii hedduu… Tsehay Guluma Nov 13, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC) -Tapha ramaddii 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF'n Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameloodii Sandaawunsiin galchii 4 fi 0n…
Oduu biyya keessaa Alergitoonni sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruun kan hafe yeroo hin murtoofneef tursisuu… Tsehay Guluma Nov 13, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Alergitoonni boruu eegalee sharafa alaa argatan keessaa %50 gurguruu fi %50 immoo yeroo hin murtoofneef lakkoofsa herregaa isaanii Itiyoophiyaa qaban…