Dooktar Warqinaa Gabayyoon Pireezidaanti FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen baga gammaddan jedhan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Pireezidaantii FDRI haaraa ta'uun kan moggaafaman Taayyee…