Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawulidaa 1499ffaan guyyaa boru kabajama Tsehay Guluma Sep 14, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ayyaanni Mawulidaa 1499ffaan guyyaa boru kan kabajamu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa beeksise. Ayyaanichi wayita kabajamu hojiilee gaarii…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Teeleekoomi fiTajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa waloon hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Sep 12, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)-Itiyoo Teeleekoomi fiTajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa waloon hojjechuuf walii galuun ibsame. Daayrektarri Olaantuun Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan ergaa baga ittiin isin gahe dabarsan Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan, bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Oduu biyya keessaa Nageenya waareessuun gaaffii misoomaa fi bulchiinsa gaarii Uummataa deebisuuf ni hojjetama –Aadde… Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Nageenya argame waareessuun gaaffii misoomaa fi bulchiinsa gaarii uummataa deebisuuf ni hojjetamaa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Tajaajilichi ibsa baaseen,bara 2016tti qormaatilee…
Oduu biyya keessaa Naannoon Amaaraa sirreeffamtoota seeraa kuma 1fi 430 dhiifama taasiise Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Mootummaan Naannoo Amaaraa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seera kuma 1fi 430’f dhiifama taasiseera. Sirreeffamtoota dhiifamni taasiifameef…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahammad ergaa baga ittin isin gahe dabarsan Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad bara haraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga gessanii dabarsaniiru. Ergaa isaaniin barri haaraan…
Oduu biyya keessaa Barri haaraan bu’aalee haaraa galmeesisuuf bara itti carraaqnudha- Obbo Indaashaw Xasew Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Giddugaleessaa Itiyoophiyaa Obbo Indaashaw Xasew bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga ittin isin gahe dabarsaniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa bagaa geessanii dabarse Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Afyaa’iin Mana Marichaa Obbo Agaanyaw Tashaagar ergaa…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu to’atame Tsehay Guluma Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu shakkamtoota waliin to’atamu Poolisiin Federaalaa beeksise. Poolisiin Federaala…