Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qaammeen1, Guyyaan Ce’umsaa kabajamaa jira Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Qaammeen1, Guyyaan Ce’umsaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. ‘Hambaalee Ce'umsaa, Horata Ifa Haaraa”Qaammee 1, guyyaan…
Oduu biyya keessaa Qaammee 1, Guyyaa Ce’umsaa Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Guyyaan Ce’umsaa Qaammeen 1, mata duree “Hambaalee ce’umsaa, Horata ifa haaraa” jedhuun kabajamaa jira. Guyyichi wayita kabajamus, tattaaffiiwwan…
Idil Addunyaa Keeniyaatti balaa ibiddaa Mana Barumsaarraa qaqqabeen lubbuun barattoota17 darbe Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Keeniyaatti balaa ibiddaa mana Barumsaa sadarkaa1ffaarra qaqqabeen lubbuun barattoota17 darbuun ibsame. Balichi giddugala Keeniyaatti kan argamu Mana…
Oduu biyya keessaa Gandi Bu’uura Hawaasaati –Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurahmaan Tsehay Guluma Sep 6, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)-Gandi Bu'uura Hawaasaa ta'u Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan. Gurmaa’iinsi Gandaa bifa haaraan ijaarame kun, qajeeltoo Heera…
Ispoortii Itiyoophiyaa 0 – 0 Taanzaaniyaa Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) - Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa fi gita isaa kan Taanzaaniyaa gidduutti taphatame qixa xumurame.…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxaafee Mahammad Daandii Cirrachaa Birrii miiliyoona 153’n ijaarame eebbisuun tajaajilaaf… Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahammad Daandii Cirrachaa Godina Fafeen Aanaa Qabribeyaani fi ganda Bulderii walqunnamisisu eebbisuun…
Ispoortii Viiktar Oosimeen Gaalaatasaaraayiif mallatteesse Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Garee Biyyaalessa Naayijeeraa Viiktar Oosimeen Kilaba Turkii Gaalaatasaaraayiif mallatteesseera. Kilaboota Ingilaandiif…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti bara 2017 barattoota idileen duraa fi sadarkaa 1ffaa kuma 800 ta’aniif tajaajilli… Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti bara 2017 keessa barattoota idileen duraa fi sadarkaa 1ffaa kuma 800 ta’aniif tajaajilli nyaataa kan dhiyaatu ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun Ambaasaaddara Kuwaatar waliin mari’atan Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Kuwaatar Ambaasaadar Sadi Mubarak Ali Naayimii waliin…
Oduu biyya keessaa Fooramii magaalota Afrikaa jalqabaa goda hambaa yaadannoo injifannoo Adwaa Galma Paan-Afrikaatti… Tsehay Guluma Sep 4, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)- Fooramii magaalota Afrikaa jalqabaa goda hambaa yaadannoo injifannoo Adwaa Galma Paan-Afrikaatti gaggeessaa jirra jedhan Kantiibaan magaalaa…