Puutiin, Pireezidaantii haaraa Itiyoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantii FDRI ta’uun kan moggafaman Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru…