Oduu biyya keessaa Hogganaan Telegiraam Faransaayitti to’atame Tsehay Guluma Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti to’annoo jala oolfamuun gabaafame. Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun…
Oduu biyya keessaa Lammiileen hundi Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa akka qaroo ija isaatti eeguu akka qabu ibsame Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Lammiileen hundi dhaabbata guddaa biyyaatti kan ta’ee Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa akka qaroo ijatti eeguu akka qaban ibsameera. Daandiin…
Ispoortii Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchiister Yuunaayitiid injifate Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaa har'a taphatameen Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchiister Yuunaayitiid injifateera. Daanii Weelbeek…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni yakka hannaa cimaan himataman addabbii cimaa hanga waggaa 70 adabaman Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni magaalaa Finfinnee iddoo garaagaraatti yakka hannaa irra deddeebiin raawwachuun himataman adabbii cimaa hanga 70 waggaa adabamaniiru.…
Idil Addunyaa Ameerikaan, Raashiyaarra qoqqoobbii yoo keessu, Yuukreeniif ammoo deeggarsa dabalataa kan taasiiftu… Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Ameerikaan, Raashiyaarra qoqqoobbii yoo keessu, Yuukreeniif ammoo deeggarsa dabalataa meeshaalee waraanaa kan taasiiftu ta’uu beeksifte.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyoophiyaa Qondaaltoota Poolisii marsaa 24ffaaf leenjisaa ture eebbisiise Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyoophiyaa Kaadhimamtoota Qondaaltoota Poolisii marsaa 24ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Komishinarri Komishinii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa gaggeessaa jira Tsehay Guluma Aug 24, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Yaa'ii idilee 4ffaa waggaa 2ffaa gaggeessaa jira. Miseensonni Hojii raawwachiiftuu Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Ministeera Turizimii fi Dhaabbiilee Waamamtoota Magaalaa Shaggarritti Biqiltuu dhaaban Tsehay Guluma Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC )- Hoggantoonni fi Hojjettoonni Ministeera Turizimii fi Dhaabbiilee Waamamtoota sagantaa Duula Ashaaraa Magariisaan Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Kuraa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa garaagaraa biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa… Tsehay Guluma Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Biiroolee Oromiyaa garaagaraa duula biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu…
Oduu biyya keessaa Dhalli namaa hambaa umamaa leecalloo badhaadheen kan eebbifameedha-Pireezidaant Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Aug 23, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Galaanitti biqiltuu dhaabaniiru.…