Ministeerichi karoorri damee fayyaa akka milkaa’uuf hoggansi murannoon akka hojjetu hubachiise
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) –bara baajata dhufutti damee fayyaan karoorri qabame akka milkaa’uuf hoggansi sadarkaan jiru murannoon akka hojjetu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…