Oduu biyya keessaa Aanaa kofaleetti sigigni lafaa mudate Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee ganda Hassee Alkeetti balaan sigiga lafaa mudachuun ibsame. Balichaan oomishaalee qonnaa garaagaraarra miidhaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Tajaajila lammummaan hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15 olitti tilmaamamuu… Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15.24 tti tilmaamamuu hojjetamuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dimitiir Medveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsan Tsehay Guluma Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC) - Dura Taa’aan Paartii Gamtaa Raashiyaa Dimitiirii Meedveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsaniiru. Dimitiirii…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Gumruukaa lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa taasise Tsehay Guluma Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) –Komishiniin Gumruukaa lammiilee Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa Sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa akaakuu Birrii…
Ispoortii Itiyoophiyaan Olompikii Paariis 33ffaarratti gosoota Ispoortii garaagaraan hirmaatti Tsehay Guluma Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Olompikii 33ffaa Faransaay magaalaa Paarisitti gaggeeffamaa jiruurrattti gosoota Ispoortii garaagaraan hirmaatti. Itiyoophiyaan hanga…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Ministeera Fayyaafi Dhaabbilee Wamaamtoota waloon Biqiltuu dhaaban Tsehay Guluma Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Ministeera Fayyaa fi dhaabbilee waamamtootaa waloon Sagantaa Ashaaraa magariisaan Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Alaarti keessatti Biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Haaromsi Masaraa Mootummaa Faasil jalqabameera-Dooktar Abiy Tsehay Guluma Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Gondaritti haaromsi Masaraa Mootummaa Faasiil jalqabamuu ibsaniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Dirre Dhawaa Godina Goofaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 5 taasise Tsehay Guluma Jul 30, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirre Dhawaa lammiilee Godina Goofaatti sababa sigiga lafaan miidhaamaniif deeggarsa Birrii Miiliyoona 5 taasise. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 6.8 taasise Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef kan ooluu deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6.8…
Oduu biyya keessaa Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan… Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Waqtii Gannaan walqabatee Hawaasni naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of eegannoo akka taasiisan mootummaan yaadachiiseera. Mootummaan…