Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan gabaasni raawwii bara…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 6 darbe Tsehay Guluma Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Naannoo Sidaamaa Godina Giddugala Sidaamaatti rooba cimaa roobe hordofee sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame. Godinicha Aanaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 9 ol eebbisiise Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan kaampaasiwwan Finfinnee fi Magaalaa Shaggar keessatti argamanitti barsiisaa ture kuma 9 fi…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Emereetota Arabaa Lammiilee sababa sigiga lafaan Miidhaan irra qaqabeef deeggarsa… Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Gamtaan Emereetota Arabaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa ganda Keenchoo Saachaa Gozditti balaa sigiga lafaa mudateen…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) –Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii dilee 6ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Samaaraatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) -Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Gaddaa Biyyaalessaa Labsame Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti Guyyaan Gaddaa biyyalessaa guyyoota sadiif turu labsame. Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti bala Sigiga lafaa mudate hordofee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan olola Mootummaa Somaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jirti-MDHA Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan olola Mootummaa Soomaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera. Ministeerichi…
Biiznasii Dhaabbatichi Bu’aa Birrii biiliyoona 8 ol argachuu ibse Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Loojistiksii fi Geejjiba Galaana Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti bu’aa Birrii biiliyoona 8 argachuu beeksiseera. Dhaabbatichi bara…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Yaa’aawwaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’ataniiru. Obbo…