Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 24, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi raawwii hojii bara 2016 fi karoora bara 2017…
Oduu biyya keessaa MMBBU balaa Sigiga lafaa Goofaan miidhaa qaqqabeen gadda itti dhaga’ame ibse Tsehay Guluma Jul 23, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu namootaa darbeef gaddi itti dhaga'amuu…
Oduu biyya keessaa Manni Maricha Godina Goofaatti balaa Sigiga lafaa mudaten Lubbuu namoota darbeen gaddi itti… Tsehay Guluma Jul 23, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudaten lubbuu namoota darbeen gaddi itti dhagahamuu ibseera.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Godina Goofaatti balaa Sigiga lafaan Lubbuu namoota darbeen gaddi itti… Tsehay Guluma Jul 23, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu namoota darbeen gaddi cimaan itti dhagahamuu…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii paartii fi mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Jul 23, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)-Gamaaggamni raawwii Karoora bara baajataa 2016 fi karoora bara baajataa 2017 paartii fi mootummaa naannoo Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu…
Biiznasii Naannichatti galiin Birrii biiliyoona 4.2 walitti qabamuun ibsame Tsehay Guluma Jul 22, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)- Naannoo Afaaritti bara baajataa 2016tti galiin Birrii biiliyoona 4.2 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwan naannichaa beeksiseera. Naannichatti bara…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10 ol walitti qabuu ibse Tsehay Guluma Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10.3 walitti qabuu beeksise. Hogganaan Buusaa Gonofaa Oromiyaa Obbo Mogas…
Oduu biyya keessaa Miseensonni MMBU Biqiltuu dhaaban Tsehay Guluma Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa mata Duree “Biyya Bu’uuressu Dhaloota Waaressuu…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Ministeerichaa fi Dhaabbilee Waamamtoota Naannoo Somaaleetti Biqiltuu dhaaban Tsehay Guluma Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)-Hoogantoonni Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhaminsa Naannawaa fi dhaabbiileen Waamamtoota Naannoo Somaalee magaalaa Dagahaaburitti biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Sagantaa Ashaaraa Magariisaarraatti hundi akka hirmaatu waamicha dhiyeessan Tsehay Guluma Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Saganta Ashaaraa Magariisaa bara kanaarratti lammiileen hundi akka hirmaatan waamicha dhiyeessaniiru.…