Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 169 gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Jul 17, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 169 gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiileen kunneen balalii marsaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Giriikitti Waajjira Qoontsilaa bante Tsehay Guluma Jul 17, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Giriikitti Waajjira Qoontsilaa Itiyoophiyaa banaaniiru. Ambaasaaddar Misgaanuun…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti Biqiltuun biiliyoonni 3.2 dhaabamuun ibsame Tsehay Guluma Jul 17, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 3.2 dhaabamuu Biiroon Qonna naannichaa ibse…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 9 darbe Tsehay Guluma Jul 17, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Godina Geediyoo Aanaa Corsootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuun ibsame. Balichi konkolaataan fe’uumsa Diillaarraa gara…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama damee qonnaan galma’e itti fufsisuuf deeggarsi qaamolee tumsitoota murteessaadha –Dooktar… Tsehay Guluma Jul 17, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Jijjiirama damee qonnaan galma’e itti fufsisuuf deeggarsi qaamolee tumsitootaa murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Biiznasii Magaalichatti galiin Birrii biiliyoona 146 ol walitti qabamuun ibsame Tsehay Guluma Jul 17, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti bara baajata 2016tti galiin Birrii biiliyoona 146 ol walitti qabamuu kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Lixaatti hojiilee misoomaa garaagaraa… Tsehay Guluma Jul 16, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaalee Godina Shawaa Lixaa garaagaraatti argamuun hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Abbootii qabeenyaa kuma 1fi 600 lafa seeraan eeyyamamefin olitti fudhatanirrattin… Tsehay Guluma Jul 16, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Abbootiin qabeenyaa kuma 4 fi 800 invastimantiin lafa fudhatan keessaa kumni 1fi 600 lafa seeraan eeyyamamefiin olitti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira Tsehay Guluma Jul 16, 2024 0 Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa'ii idilee kurmaana 4ffaa gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Dirre Dhawaatti BalaaTiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 darbe Tsehay Guluma Jul 16, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Dirre Dhawaatti BalaaTiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 yoo darbu, namoota 10 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu Poolisiin ibse. Bulchiinsa magaalaa…