Oduu biyya keessaa Agarsiifni Itiyoophiyaan haa oomishtuu baname Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Agarsiifni sososchii Itiyoophiyaan haa Oomishtuu Magaalaa Finfinnee Galmaa Barkumeetti banameera. Hudhaalee damee Indaastirii Oomishaa furuun…
Oduu biyya keessaa Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Manneen Hojii qorachaa jira Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Bara 2016 Manneen Hojii naannichaa Isaaniif Itti Waamaman Adaamaatti qorachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaa tokkotti Teeleetoonii Diijitaalaan Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaa qophaa’e –… Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ Caamsaa 4, 2016 Teeleetoonii Diijitaalaan guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaan…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Ministiroota Bishaanii biyyoota IGAD har’a eegalama Tsehay Guluma May 7, 2024 0 Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Yaa’iin Ministiroota Bishaanii biyyoota miseensa Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa har’a eegalama. Ministiroonni biyyoota kanneen…
Ispoortii Kilabni Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’e Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera. Tapha Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 23ffaan magaalaan Aarbaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sabaabeeffachuun lammiilee kuma 300 oliif deeggarsi ni taasifama Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sababeeffachuun lammiilee harka qalleyyii kuma 300 oliif deeggarsa taasiisuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Godina Hadiyyaa Magaalaa Shoneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaa Magaalaa Shoneetti balaa Tiraafikaa mudateen miseensota maatii tokkoo namoota sadi dabalatee…
Oduu biyya keessaa Keeniyaatti hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii ‘ Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Keeniyaatti hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii ‘ Itiyoophiyaa qulqulluu’ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree 'Daanndii…
Fayyaa Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 1 ol tajaajila yaala dhibee Busaa argatan Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Oromiyaatti namoonni miiliyoonni 1 ol tajaajila yaala dhibee Busaa argachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Sagantaan cufiinsa Duula hojii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Ayyaanaa Sooma hiika sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aradaa Aanaa 8tti lammiilee harka…