Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Maadrid injifatan Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Ispeen Magaalaa Maadriditti gaggeeffame Koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Fiigicha Atileetoota…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Misooma Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC - Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galeera.…
Oduu biyya keessaa Ciminoota argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu’uurarraa sirreessuuf… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) –Ciminoota bara 2016 keessa argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu'uurarraa sirreessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantin…
Oduu biyya keessaa Humnoota waloo qindeessuun fayyadamuurratti fooyya’iinsi mul’ate cimee itti fufuu qaba… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Humnoota waloo qindeessuun fayyadamuurratti fooyya'iinsi mul'ate cimee itti fufuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Sosochii Ummataa ‘Barnoonni dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoonni 25.3 olitti tilmaamamu… Tsehay Guluma Apr 29, 2024 0 Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Sosochii Ummataa ‘Barnoonni dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoonni 25.3 olitti tilmaamamu walitti qabamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Magaalaa Finfinneetti kabajame Tsehay Guluma Apr 27, 2024 0 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fiichee Cambalaala magaalaa Finfinneetti qophiilee garagaraan kabajameera. Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Fedeerala fi Naannoo Sidaamaa fi…
Oduu biyya keessaa Dubartoonni Maree biyyaleessaa keessatti yaada isaanii Ajandaa akka taasiifatan jajjabeessuu qabna… Tsehay Guluma Apr 27, 2024 0 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) - Dubartoonni Maree biyyaleessaa keessatti yaada isaanii Ajandaa akka taasiifatan jajjabeessuu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen.…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a Weest Haam Liivarpuul waliin… Tsehay Guluma Apr 27, 2024 0 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Weest Haam Liivarpuul waliin taphatuun eegalama.…
Oduu biyya keessaa Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna –Aadde Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Apr 27, 2024 0 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Ispoortii Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’e Tsehay Guluma Apr 27, 2024 0 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bara taphaa 2022/23 osoo hin eegamne gara Diiviiziyoonii 2ffaatti bu’ee kan ture Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera. Sardiidota…