Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen buufata Dooraalee daawwatan Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Jibuutiitti sochii daldala hundagaleessaa Buufata Dooraalee daawwataniiru. Obbo Ahimad Shideen…
Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Sochii hojii Hospitaala waliigalaa Diillaa Daawwatan Tsehay Guluma Jul 3, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti sochii hojii Hospitaala Diillaa daawwataniiru. Dooktar Maqdas…
Oduu biyya keessaa Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2017 of eegannoon akka hogganamu manni marichaa hubachiise Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Baajanni mootummaa Federaalaa bara 2017 of eegannoon akka hogganamu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hubachiise. Baajatichi kaayyoo barbaadamuuf…
Oduu biyya keessaa Biirichi ”Muuziyeemii_Saayinsii Biyyaalessaa Busaan” jedhamu Waliin hojjechuuf waliigaltee… Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Biiroon Barnoota Oromiyaa Muuziyeemii_Saayinsii Biyyaalessaa Busaan jedhamuu waliin hojjechuuf waliigaltee mallattesseera. Biirichi barnoota…
Oduu biyya keessaa Jarman hariiroo Itiyoopiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu ibsite Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Jarman hariiroo Itiyoopiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu Ergamaan Addaa Gaanfa Afrikaa biyyattii Heeyiko Nitshiikaan ibsan.…
Idil Addunyaa Xiyyaarri Ispeenii ka’ee gara Uraaguwaay imalaa ture raafamni jabaan mudachuu hordofee… Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Xiyyaarri ‘Air Europa Boeing 787-9’ jedhamu Ispeenirraa ka'ee gara Uraaguwaayi balali’aa turerra raafamni jabaan mudachuu hordofee Biraaziil qubachuuf…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Piroojektoonni garaagaraa 310 ol Birrii biliyoona 4 fi miliyoona 300n ijaaramaan… Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Godina Booranaatti Piroojektoonni garaagaraa 310 ol Birrii biiliyoona 4 fi miliyoona 300n ijaaramaa turan jiraattoota kuma 800 ol fayyadamoo taasiisaan…
Oduu biyya keessaa Dacheen Wallaggaa qabeenya dilbii lafa keessaafi irraa badhaadhina Oromiyaafi Itiyoophiyaa… Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan daawwannaa sochiiwwan misoomaa godinaalee Wallaggaatti taasisaa turan milkiin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen waamamtoota Waajjira Ministira Muummee Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa Naannoo… Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Dhaabbileen waamamtoota Waajjira Ministira Muummee Tajaajila Tola Ooltummaa Waqtii Gannaa naannoo Tigraayitti eegalchiisaniiru. Tajaajilicha Gorsaan…
Fayyaa Ministeerichi Duula Talaallii guyyoota 10’f turu ifoomse Tsehay Guluma Jul 2, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa duula talaallii Daa'immanii guyyoottan 10’f turu ifoomseera. Duula kanaan daa’imman talaallii eegalanii addaan kutanii fi hin…