Naannichaatti Biqiltuu miiliyoona 70 dhaabuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu miiliyoona 70 dhaabuuf qophiin xumuramuu Pireezidaantiin naannichaa…