Oduu biyya keessaa Korri qorannoofi qo’annoo marsaa 15ffaan gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) –Inistityuutiin qorannoo fi qo’annoo Oromoo giddugalaa Aadaa Oromootti kora gaggeessaa jira. Korichi mata duree ‘safuu keenya ganamaatti…
Ispoortii Waancaa Awurooppaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Ingilaandi waliin taphatan hawwiin… Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Engilaandi waliin taphatan hawwiin eegama. Taphoota…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin Veetinaam galan Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Veetinaam galaniiru. Turtii biyyattiitti taasiisaniin Ministira Muummee fi Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti pirojektoonni 529 Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 268 oliin ijaaraman tajaajilaf qophaa’uun ibsame. Pirojektoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti nageenyi jiru hojiileen misoomaa sirnaan akka hojjetaman haala mijataa uumeera… Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Nageenyi fi tasgabbiin naannoo Hararii jiru hojiileen misoomaa, hawaasummaa fi diinagdee sirnaan akka hojjetamaniif haala mijataa uumuu Pireezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni1 fi 178 gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 178 gara biyyaatti deebi’aniiru. Balalii marsaa sadii…
Oduu biyya keessaa Guddinni diinagdee galmaa’ee itti fufiinsa akka qabaatuuf ni hojjetama –Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Guddinni diinagdee galmaa’e itti fufiinsa akka qabatuuf ni hojjetama jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waltajjii Idil Addunyaa BRICS irratti walta’iinsa Idil Addunyaa ishee mirkaneessuu… Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC) -Fooramiin paartilee siyaasaa Idil Addunyaa Raashiyaa Vilaadivostokitti gaggeeffamaa ture xumurameera. Hirmaatoonni fooramichaa xumuraa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegale Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegaluu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksiise. Magaalichatti…
Oduu biyya keessaa Daassenechitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Tsehay Guluma Jun 19, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Ambulaansiin Godina Oomoo Kibbaa Aanaa Daassenechirraa dhukkubsataa fe'ee gara Hospitaala waliigalaa Jiinkaatti imala ture garagaluun lubbuun namoota 3…