Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa kan bara 2016 kennamuu eegaluu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannichatti…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti qormaanni kutaa 8ffaa boru eegala Tsehay Guluma Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qormaanni kutaa 8ffaa sadarkaa magaalaa boru kennamuu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Afyaa’otaa Aanaa Gobbaatti hojiilee misoomaa daawwate Tsehay Guluma Jun 8, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaanii fi Afyaa'ota Naannolee fi Magaalota Lamaanii Godina Baalee Aanaa Gobbaatti hojiilee…
Oduu biyya keessaa Shawaa Lixaatti Pirojektonni 700 ol Birrii biiliyoona 3 oliin ijaaraman xumuramuun ibsame Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)-Godina Shawaa Lixaatti pirojektoonni misoomaa 762 Birrii biiliyoona 3 fi miiliyoona 396 oliin ijaaraman xumuramuun eebbaaf qophaa'uun ibsame.…
Idil Addunyaa Waraanni Yuukireen misaa’eloota 5 fi dirooniiwwan 48 Raashiyaarraa dhukaafaman kuffisuu beeksise Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Humni Qilleensaa Yuukireen, kan Raashiyaan halkan dhukaafte misaa’eloota shanii fi dirooniiwwan 53 keessaa 48 rukuttee kuffisuu waraanni…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9 kennamuuf ture Waxabajjii 11’tti jijjiirame Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9, 2016 kennamuuf ture gara Walxabajjii 11, 2016’tti jijjiiramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Saa’udii Birrii Biiliyoonaa 260 damee invastimantiirratti bobba’aniiru-MDhA Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Waggoottan kurnan lamaan darban abbootiin qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa Birrii biiliyoona 260 galmeessan Itiyoophiyaatti pirojektoota invastimantii…
Oduu biyya keessaa Hawuzeentti balaa tiraafikaan lubbuun hirmaattota cidhaa 3 darbe Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraay Aanaa Hawuzeenitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun hirmaattota chidhaa sadii darbuun ibsame. Balichi Konkolaataa misirroo,…
Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunya waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 7, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Tewoodiroos Adihaanoom waliin…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom… Tsehay Guluma Jun 4, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon Kooriyaa Kibbaatti Giddugalaa Qaroo Dhabeeyyii Silaa’oom daawwataniiru. Daawwannaa isaaniin, teeknooloojji…