Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennan Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. Haaluma kanaan 1. Injinar Ayishaa Mahaammad Ministira…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu ifoome Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Piroojektiin misooma Cancala Sona Qamadii jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisu naannoo Afaaritti ifoomeera. Piroojektichi oomishtummaa…
Oduu biyya keessaa Hundeefamni Fooramii Dargaggoota dhaabbilee Mootummaa fi Waldaalee Siivikii gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Qooda fudhattoota waliin gurmaa’insa dargaggootaa fi dhimmoota dargaggootarratti kan hojjetu fooramiin dargaggoota dhaabbilee mootummaa fi Waldaalee…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Dhaabbiilee Wamaamtoota Waajjira Ministira… Tsehay Guluma May 20, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Dhaabbiilee Wamaamtoota Waajjira Ministira Muummee Bakka Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan Tsehay Guluma May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwataniiru. Daayrektarri Olaantuun…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tarminaala imaltoota biyya keessaa eebbisiise Tsehay Guluma May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Tarminaala keessummeessa imaltoota biyya keessaa Doolaaraa miiliyoona 50 haaromsaa fi hojii babal’isuu gaggeessaa ture…
Oduu biyya keessaa Piroojeektonni Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajila kennu… Tsehay Guluma May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Godinalee Oromiyaa garaagaraa keessatti Piroojeektonni Bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona1 oliin ijaaraman tajaajila kennu eegaluu Biiroon…
Ispoortii Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Loosaanjalasitti fiigame injifate Tsehay Guluma May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Ameerikaa Loosaanjalasitti fiigame injifateera. Atileet Salamoon Baraggaan fageenyicha…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee xumuraa hawwiin eegaman Tsehay Guluma May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2023/24 boru xumura argata. Boru waaree booda sa’aatii 12:00 irraa jalqabee taphoonni 10…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Samaraa gale Tsehay Guluma May 18, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Naannoo Afaaritti hojiilee misooma garaagaraa daawwachuuf Magaalaa Samaraa…